Genesis 18:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan Abrahamuuni jed'e, Saraani maafi kofalte, Anini jaaruma tanaani ilme inargad'a? jetti?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Abrahaamiin, «Saaraan maaf, «Haga jaareen maayessa hin dayaa?» jettee kolfite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa, Abrahaamiin, «Maaf Saaraan, ‹Ani dulloomee gergesheen duuba, ani dhugumaan deyiisa hin dande'aa?› jette.