Genesis 18:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni olmillate nama sadi ka ejaanju arge jennaani kae fuula ke fiige gajed'e
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ol jedhee yoo laalu namoonni sadihii isa afoo ka dhaabataniiran argee isaan simachu'uuf balbala daasee ufiitii ka'ee gara isaanii fiigee isaanii sagadee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ol ilaalee namooti sadiin isa bira dhaabbataneeranuun dhagge; akkuma isaan dhaggeen, isaan qophatiisaaf seensuma dunkaani'ii duraa gara isaanii rukkisee, lafatti gad gombifamee,