Genesis 18:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini tanaafi achi d'aqa, aka himachaani suni d'arafi d'uga ilaalu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan isaanii waan dhagaye maraa akka dhugaa ta'e laalu'uuf gara isaanii bu'a; yoo bu'uu baadhellee ani hin beeka» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gad bu'ee wonni isaan hujane martinuu akka iyyannoo gara kiyya dhikaatte sanii te'uu isi'ii hin ilaala» jedhe.