Genesis 18:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi waan jed'eeni, Hojja nama shantama ka ch'ubbu inqamne Sodoma keesati arge, anini lafa suni inaraaramaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee Abrahaamiin, «Qachattii Soodoomii keessatti yoo qajeelaa nama shantamaa arge isaaniif jedhee hin dhiisa» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa deebisee, «Ani namoota balchoota shantama qachaa Sodoomii keessatti yoo dhagge, ani isaaniif jedhee qachaa san duudii hin fayyisa» jedhe.