Genesis 18:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni ammalle waan jed'eeni, AABBO Waaqa, dubbi anini si gaafad'u tana naa araarami; wonti akasitiifi anini nama, waan tokole siini jechu himmalle.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam deebisee, «Ani nama daaraa biyyee womaa keessa hin jirre ta'ee Gooftaa kiyya woliin uggaan dubbachuu kiyyaaf dhiifama naa godhi;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam deebisee, «Ani nama woy hin baane buku'uu fi daadha'a; Goottaa kiyya sodaa malee waan sitti dubbadheef, maganne'ee naaf araaram.