Genesis 18:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo ammo nama shantama ka ch'ubbu inqamne suni keesa nami shani keesaa hafe, worra shanani suni jette dira kana imballeesita? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Yo nama afurtami shani achiti arge imballeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
namni shanii qajeelaan waan irraa dhidhateef sababaa nama shaniitiif qachaa maraa balleessitaa?» jedheen; Rabbi, «Yoo nama afurtamii shanii arge hin balleessu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Balchoota shantama keessaa shanan hin dhidhatan fa'a; sababa shanan dhidhataneef qachaa duudii hin balleessitaa?» jedhe. Mootiin Waan Maraa deebisee, «Ani balchoota afurtamii shan achitti yoo dhagge, ani qachaa san duudii hin balleessu» jedhe.