Genesis 18:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni waan jed'e, AABBO Waaqa, nati indallaniini, ammalle wa si gaafad'a. Yo nami sodoma ch'allaani jiraate ho? Waaqi waan jed'eeni, Yo nama sodoma arge imballeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam, «Yabo'oo Gooftaa'a hin dubbadhaa natti hin aarin maal laataa yoo qajeeltonni soddomaa argaman hoo?» Jedheen. Innillee, «Qajeeltota soddomaa yoo arge hin balleessu» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abrahaam, «Mootii waan maraa, ammalle deebi'ee yoo dubbadhe hin aarin. Balchoota soddoma qofa qachaa san keessatti yoo dhaggite hoo?» jedhe. Inni deebisee, «Ani balchoota soddoma qachaa san keessatti yoo dhagge, qachaa san hin balleessu» jedhe.