Genesis 18:31 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni waan jed'e, Ammalle naa araarami, AABBO Waaqa, wa si gaafad'a. Yo nami diddama ch'allaani ka ch'ubbu inqamne jiraate ho? Waaqi waan jed'eeni, Hojja nama diddama arge imballeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gooftaa kiyya ani amma eega si woliin dubbachuu jalqabe uduu diddamni argamanii hoo?» Jedhe; innillee, «Diddamni yoo argaman, isaaniifuu jedhee hin balleessu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaamille, «Mootii waan maraa, sodaa malee waan sitti dubbadheef, maganne'ee naaf araaram. Balchooti diddam qofa achitti yoo dhaggamane hoo?» jedhe. Inni deebisee, «Ani balchoota diddama saniif jedhee, qachaa san hin balleessu» jedhe.