Genesis 18:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eega, bisaani miila d'iqattaniini isanii d'ufa; hagasi gaadisa kana jala boqod'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
bisaan diqqoo isinii fidaa luka dhiqadha'aa muka kana jalatti hara baafadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Me, bisaan diqqaa isaa isinii fida; miila keessan dhiqadha'aatii, muka kana jalatti foorfadha'a.