Genesis 18:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Liqimsa diqo toko isanii kenna, ta woreega karaa isanii taatu. Waan guddo na tolchitani ka mana kiyya d'uftani, eega, isani gololcha. Worri waan jed'eeni, Hayye, ha taatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan nyaatan diqqoo woyii isinii fidaa nyaattanii bayyanattanii deemtanii» jedhee isa kadhate; isaanillee «Misha'a; akka yaadde godhi» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara mana ana tajaajilaa keessanii eega dhuttanee, dadhabbii akka baatanuuf, daabboo diqqoo takka isinii fida; achiin duuba dabaruu hin dandeettan» jedhe; isaan deebisanee, «Akkuma jette san godhi» jedhane.