Genesis 18:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri waan jed'eeni, Meeti, niitiini tante Saraani? Inni waan jed'eeni, Achi waaro keesa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Haati manaa tee Saaraan meeti?» jedhaniin. Innillee «Daasee keesssa jirti» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san isaan, «Niitiin teeti Saaraan eessa jirti?» jedhaneen. Inni, «As dunkaana keessa jirti» jedheen.