Genesis 19:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo malaikaani lamaani taani galgala Sodoma d'ufte, Lutuuni fullo dira suni ke taa. Inni worra arge jennaani fuula keesa deeme dura gajed'e waan jed'eeni,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa lafti dhiite maleekkonni lachuu gara Soodoomii seenan; hennaa san Looxi balbala qachattii Soodoomii taa'eera; inni hennaa isaan arge, isaan simachu'uuf ka'ee kallacha ufiitiin gad kufee isaanii sagadee,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergantooti Waaqaa lamaan galgaluma san gara Sodoomii dhutte; Yennaa san Loox karra qacha'aa bira tee'eeraayyu. Inni yennaa isaan dhagge, isaan qophatiisaaf itti dhaqee lafatti gad gombifamee,