Genesis 19:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri worra ala jiru kaani ch'ufa ila d'owe, aka worri balbala argu dad'abu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa namoota diida dhaabatan diqqa'aa haga gudda'aa akka isaan balbala hin argine ija isaanii waan jaamsaniif balbala soqanii arguu dadhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan worra balbala manaa duraa san diqqa'aa haga gudda'aatitti ila sipheessanee, isaan balbala dhagguu dadhabane.