Genesis 19:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri lamaani kaani waan Lutuuni jed'e, Hojja atini nama tokole arma keesa qabaatte, ilmaani tante taanaani, soddowaani tante taanaani yokhaani nama d'ibi ka fiit'a teeti ch'ufa ka lafa tana keesa jiru, armaa keesaa baasi;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jarri keessumma'aa lamaan Looxiin «Eennuun asii qabda? soddaa, ijoollee dhiiraa, ijoollee dubaraa ta'ee'e qachattii tana keessaa waan qabdu maraa baasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri keessummootaa sun Looxiin, «Qachaa kana keessaa ilmaanii fi ijoollee durraa, worra durra teeti kadhateeru yookiin fira dhibii yoo qabaatte as keessaa baasi.