Genesis 19:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
wonti akanatiifi nu lafa tana imballeesina. AABBO Waaqi himacha hamtu worra kana himatani yayu d'agaye. Tanaafi nu gadi erge, aka nu lafa Sodoma tana balleesinu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Cubbuun isaanii Rabbiin afo'otti waan guddateeruuf qachattii tana haa balleessinu'uuf nu ergeeraa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti addee tana balleessaarra; iyyati worra addee tanaa irratti gara Mootii Waan Maraa dhikaate guddaa waan te'eef, Mootiin Waan Maraa qachaa kana akka balleessinuuf nu ergeera» jedhane.