Genesis 19:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafti bariinaani malaikaani Waaqa waan Lutuuni jette, Hurrisi, niiti teetifi dubra tante lamaani fud'ad'i, arma keesaa bahi, aka isani lubbu teesani ind'amne, yo dira kana balleesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa bariite maleekkaan Looxiin «Cubbuu qachatti'iitiin akka hin banne; ka'i haadha manaa teetii fi ijoollee intalaa lamaan asii qabdu fuudhii deemi» jedhanii ariifachiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Boruyyaa barii ganama ergantooti Waaqaa sun Looxiin, «Ariifadhuu, qachaan kun yennaa badu woliin akka hin banneef, niitii teeti, ijoollee teeti ta durraa lamaan fudhadhuutii addee tanaa bayi» jedhanee Loox ariifachiisane.