Genesis 19:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani Waaqa toko waan jette, Oria, lubbu teesani baasa! Ufi duuba imillatiina, ammalle bale keesati inejatina; gaarati baqad'a, aka lubbuuni baatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattii keessaa gara raasa'aa haga isaan baasaniin maayessa maleekkota keessaa tokko «Uf oolchaa'a; uf duuba hin laalinaa'a; naannoo dhooqaa kanallee hin dhaabatinaa'a; akka hin banneef gara gaaraa dheessa'aa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qachaa keessaa isaan baasaneen duuba, ergamaa Waaqaa keessaa tokkochi, «Jiruu teessan hamburatiisaaf baqadha'a; ifiin duuba hin ilaalina'a! Dhooqa keessatti eessalle'etti hin dhaabbatina'a! Akka hin duuneef gara gaaraa baqadha'a!» jedhe.