Genesis 19:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abbooti tiyya, mana kiyya koota, miila d'iqad'a, eddanna arma bula. Bori diirama yo feetani lafaa kaatani kara keesani iti d'aabattani. Ammo worri waan jed'eeni, Intaatu, nu eddanna garaachuma dira kana ke ramna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Gooftolee tiyya; gara mana garbicha keessanii gora'aa bulaa'a luka teessanillee dhiqadhaa'a; bultanii obboroo deemtanii» isaaniin jedhe; isaan ammo, «Hin ta'u raasaa bulla malee» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Goottota tiyya, maganne'ee, gara mana tajaajilaa keessanii kowa'a. Miila keessan dhiqa'aatii bula'a; barii ganama deemuu dandeettan» jedhe. Isaan ammoo, «Waawwo'o; nuuti asuma badhinna qacha'aa bulla» jedhane.