Genesis 19:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira diqa suni garta? Inni diqo gad'iaata, achi deeme ho? Dira suni aka inni diqa inagarta. Anini achiti waan sodaad'u inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo qachattiin ani itti dheessee jalaa bawu diqqoon takka dhiyoo jirti lubbuu tiyya oolfatu'uuf gara isi'ii dheessee baya; qachattiin sun diqqo'oo miti?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, qachaan sun itti baqatiisaaf dhikoo jira, qachaa diqqaalle'e. Akkuma isin dhaggitanu qachaa diqqa'aa motii ree? Ani achitti baqadhee jiruun tiyya akka fayyitu naaf godhi» jedheen.