Genesis 19:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi maruma toko ibidaafi dillo aka ibida bobeetu Sodomafi Gomora gubbati roobe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Soodoomii fi Gamooraa irratti Samii irraa ibiddaa fi dinnii bobawu roobse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa dhakaa bobe'uu fi ibidda qachoota Sodoomii fi Gomora'aa irratti ol-gubbaa irraa akka gad roobu godhe.