Genesis 19:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan dira lamaani suni ke jirafi ka bale ke jirale ch'ufa, nama taanaani, mukha taanaani, ch'ufa balleese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachoota sanniin waan naannoo isi'ii jiru maraa, worra qachoota sanniin keessa jiraatan biqiltuu lafaa maraa barbadeesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qachoota san, dhooqa san mara, namoota qachaa san keessaa maraa fi waan lafa san irratti lateeru mara balleesse.