Genesis 19:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni gara lafa Sodomafi Gomoratiifi bale lafa suni ch'ufa millate jennaani aara gudda lafa suni keesaa kau, ka aka aara boola ibida keesaa bahu fakaatu, arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara Soodoomiitii fi Gamoora'aa lafa biyya sanii keessa mara gubba'aa gad hennaa laalu aarri biyyattii sanii akka aara ibiddaa ka dhagaa sunsumaa keessaa bawuutitti ka aaru arge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara qachaa Sodoomiitii fi Gomora'aa, gara dhooqa Yordaanosii duudii gad ilaalee, aarri akka aara barbada ibiddaa ol ka'uun dhagge.