Genesis 19:29 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Waaqi lafa Sodomafi Gomora balleese suni, inni Abrahamu qaabate Lutule nagayaani achi keesaa baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi qachattii dhooqa keessaa ta Looxi keessa taa'ee ture san haga balleesseen maayessa Abrahaamiin qaabatee; Looxiin badii san keessaa baase.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi ammoo yennaa qachoota dhooqa Yordaanosii addee Loox le'aa ture balleesse, Abrahaam yaadatee, Loox badii hantuu san jalaa fayyise.