Genesis 19:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni worra lakisu dide, aka worri mana isaa rafu kad'ate jennaani worri eege dubbi isaa gula deebie, mana isaa d'aqe. Duuba Lutuuni qit'a bukho inqamne d'aabeefi, worri nyaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guddisee isaan kadhannaan isaanillee gara manaa seenan; xoroshoo godhee isaanii dhiyeessee isaanillee hin nyaatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo jabeessee isaan waan kadhateef, isa woliin gara mana isaa dhaqane. Loox daabboo bilcheessanee, sagalee galgalaa dansaa akka isaaniif qopheessanu tajaajiltoota ifii ajaje. Yennaa sagaleen qophootte isaan nyaatane.