Genesis 19:30 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lutuuni Zoari keesa tau sodaate, isaafi dubrati isaa lamaani goda gaarati galani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Looxi Zoo'aariin keessaa bayee waan Zoo'aariin keessa taa'uu sodaateef ijoollee intalaa lamaa ufii woliin gaara irra goda keessa taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Loox Zo'aar keessa le'uu waan sodaateef, ijoollee durraa ta ifii lamaan fudhatee, gaaratti ol bayee goda keessa le'e.