Genesis 19:34 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Boriyya intalti guddooni waan diqooni jette, Edda ani isa bira bule, kooti, arrale imacheesina, aka atini eddanna bira bultu. Akanaani inni nu lachu ijoolle ira d'ala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga bari'e ta guddo'oo ta maandha'aatiin «Ani kalee galgala abbaa kiyya woliin ciise; adha galgala akkasuma atillee daadhii woyini'ii obaasii isa woliin ciisi; abbaa keenna irraa fiixaa haa hambifannuu» jetteen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa lammeesso'oo, intalti angafittiin intala maandhitti'iin, «Kunoo, ani eda abbaa kiyya woliin rafeera; galgala adhaalle daadhii woyni'ii isa obaannee macheessinuu ti; abbaa keenna irraa sanyii lafa irratti hattu akka dhaggannu, atille seeniitii isa woliin rafi» jette.