Genesis 19:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Intalti maand'aleeni ilma d'alte maqa Benami baafteefi. Inni abba gosa amma tana Amoni jed'ani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ta maandha'aallee akkasuma dhiira deettee maqaa isaa mucaa gosa kiyyaa jettee Amoon jettee itti baafte; akkuma kana innillee haga adhaa abbaa Amoonotaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Intalti maandhittiille ilma deettee, maqaa isaa, «Ben-Amii » jettee baafatte; inni abbaa sanyii Amoonota ammaa ti.