Genesis 19:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lutu alati yaamani waan jed'aniini, Worri mana kanke bulu me? Midisoomsu feena, nu gayyaami.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Looxiin waamanii, «Namoonni halkan kana gara mana keetii dhufan meeti? gad nuu baasi bira geennee habaxeessinaa» jedhaniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Loox waamanee, «Namooti galgala kana gara keeti buliisaaf dhufane meet? Akka isaan bukkoonsinu gad nutti baasi» jedhane.