Genesis 19:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Jaallowaani tiyya, anini isani kad'ad'a, waan fafa ka akasi suni worra kana intolchina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Obboleeyyan tiyya; waan hamaa kana hin godhinaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Maganne'ee Obboleeyyan tiyya, waan daba akkasii hin hujina'a!