Genesis 19:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini dubra lama qaba, ta taka d'iirti bira ingahiini, yo feetani dubra suni isanii gafuud'a, aka isani waan feetani tolchitani. Ammo worri kuni lamaani keessuma tiyya jabdu, waan tokole intolchina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
ani ijoollee durbaa ta hin heerumne lamaan qabaa isaan gad isinii baasaa akka feetan godhaa'a namoota kanniin keessummummaa mana kiyya waan dhufaniiraniif isaan hin tuqinaa'a» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani durra lamaan ta dhiirti ijjumaa bira hin geyin qaba; isaan gad isiniif baasaa akka feetane godha'a. Namoota kana waan tokkolle hin godhina'a; isaan keessummoota tiyya waan te'aneef, ani isaan eeguu qaba» jedhe.