Genesis 2:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akanaani uumami lafafi gubba ch'ufumanu qit'ae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka kanaan Ardi'ii fi Samiin, wonti Ardi'ii fi Samii keessa jiran maruu raawwataman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ol-gubba'aa fi latti, wonni isaan keessa jiranu martille akka kanaan dadamanee muummeffamane.