Genesis 2:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galaani toko lafa Edeni keesaa bahe oobruti yae, achi keesati d'anqu afuri gargari bahe galaana afuri tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lanni hulee biqiltu'uu obaasu jeennata Eedanii keessa yaa'a; lanni kun haga Eedanii bayeen maayessa bakka afuritti gara gara qoodamee laga afurii ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee oorru'uu san obaasiisaaf Eden keessaa maddi burqe; maddi achii bayee, gargar qoodamee laga afur te'e.