Genesis 2:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maqaani galaana qara Pishoni, inni ka lafa Habila, ta worqi qabdu, maru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan laga jalqabaa Fiisoon; inni lafa Eewulaax jedhamu ka worqiin keessatti argamu maraa keessa yaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan laga qaraa Phiishon; inni lafa Hawiila'aa duudii lafa worqiin jirtutti marsee yaa'a.