Genesis 2:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Galaani lameeso maqaani Gihoni, inni ka lafa Kushi maru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan laga lammeesso'oo Giyoon; inni naannaya biyya Itoophiya'aa maraa irra yaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan laga lammeesso'oo Giihon; inni lafa Itoophiya'aa marsee yaa'a.