Genesis 2:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi nama kaani fuud'e oobru Edeni keesa kaye, aka inni qote jabeesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maqaan laga arfeesso'oo Efraaxis. Kanaan maayessa Rabbi Waandhi nama fuudhee akka Eedaniin hulee biqiltu'uu kunuunsuu fi akka eegu achi keessa jiraachise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi namicha fuudhee addee oorruu Edenii san akka hujuu fi akka eegu achi keessa keye.