Genesis 2:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
ammo mid'aani mukha waan dansaafi hamtu ch'ufa gargari nama hubachiisu inyaatini, yo nyaatte guyyuma suni doota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
daraaraa muka waan misha'aa fi waan hamaa beessisu ammo hin nyaatin; gaafa isa irraa nyaatte du'a duuta» jedhee ajaje.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
midhaan muka nyaatanee hantu'uu fi dansaa ittiin beekanu san irraa ammoo hin nyaatin. Gaafa isa irraa nyaatte ammoo dhuguma hin duuta» jedhe.