Genesis 2:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan jed'e, Nami kunini ka koba tau dansaniti, wahela isaa male tolchaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanatti aansee Rabbi Waandhi, «Namni hojja jiraachuun misha'aa miti; kanaafuu gargaaraa isaa tolu haa uumnuufii» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa Waaqi, «Namichi qofii ifii te'uun dansa'aa moti; ani waa'ela qarqaartuu isaa, isaaf hin dada» jedhe.