Genesis 2:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni biyye lafaa fuud'e bineensafi simpirre gosa ch'ufa mid'aase namichatiini d'ufe, aka maqa inni baasufi laalu; tana gula bineensi ch'ufti maqa argate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi biyyee Ardii irraa fuudhee busaawaa Ardi'iitii fi allaattiiwwan Sami'ii maraa uumee maqaa attamii akka inni isaanitti baasu laalu'uuf gara Aadamii isaan fide; maqaan Aadam uumama jiraataa marattuu baase maqama amma ittiin waamama'aaran kana.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi biyyee irraa bineensotaa fi sinbirroota dadee, maan jedhee akka inni waamu ilaaliisaaf gara namichaa fide; wonni namichi dada lubbuu qabeeyyii ittiin waame duudiin maqaa te'eef.