Genesis 2:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba namichi horifi simpirreefi bineensa ala ch'ufa maqa baaseefi; ammo waheli isaa male keesaa d'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkaataa kanaan Aadam horii, allaattiiwwanii fi busaawaa maraaf maqaa baase; Aadam ammo gargaaraa akka isaa hin arganne ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre namichi horii maraaf, sinbirroota maraaf, bineensota maraafille maqaa baase; namichaaf ammoo waa'elli qarqaaraan hin dhagganne.