Genesis 2:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba ch'inaacha keesaa fuud'ani kaani nama uwa tolche namichatiini d'ufe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi lafee cinaacha Aadamii keessaa fuudhe, intala godhee hojjatee gara Aadamii isii fide.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi cinaacha namicha keessaa fuudhe san irraa, namittii dadee, gara namichaa fide.