Genesis 2:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani namichi waan jed'e, Eegi ufi jibbaad'e, lafe lafe tiyya keesaa baate, yokhaani fooni fooni kiyya keesaa bahe ya argad'e; uwa isiini jed'ani, waan isiini d'iira keesaa baateefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Aadam «Lafeen tun lafee tiyya irraa; foon kunillee foon kiyya irraa, isiin waan dhiira irraa argamteef ‹Intala› haa jedhamtuu» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba namichi, «Amma reefuu, lafeen isi'ii lafee tiyya irraa, foon isi'ii foon kiyya irraa dhaggame; isiin namicha irraa waan dhagganteef, ‹Namittii› jedhantee waamantuu ti» jedhe.