Genesis 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Waaqi guyya torbeeso eebise guyya jaba tolche; wonti akanatiifi Waaqi gaafasi huji uumama ch'ufa hobaase boqote.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaan Rabbi hujii waa uumu'uu maraa raawwatee hujii ufii maraa irraa hara itti baafate kana waan ta'eef guyyaa torbeesso'oo woyyoomsee eebbise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waan dade mara hobbaasee, guyyaa torbeesso'ootitti waan foorfateef, guyyaa torbeesso'oo san eebbise; woyyoonselle'e.