Genesis 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo hojja ch'ufa lafti oldabante, dabaani, fulla ch'ufa gahe lafa ch'ufa jiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo burqaan lafaa ol burqee lafa maraa obaasa'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Teetuu malee, maddi lafa keessaa ol bayee lafa duudii obaasaa ture.