Genesis 2:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi lafa Edeni ta ilaboru jirtu keesati oobru fach'aase, nama mid'aase suni keesa kaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waandhi jeennata Eedanii baya biiftu'uutitti hulee biqiltu'uu qopheessee nama uume jeennata Eedanii keessa akka jiraatu godhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqi karaa aduun baatu Edenitti oorruu dhaabe; nama dade sanille achi keessa keye.