Genesis 20:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni Mamree kae lafa Kanaani keesa bita godaane, jiddu Kadeshifi Shuri qubate. Eege lafa Gerari qubate achiti inni
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaam achii ka'ee gara biyya Neegeebii dhaqee Qaadeesii fi Suuriin jidduu biyya Geerara'aa keessummummaa jiraate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam lafa le'aa ture Mamre'ee ka'ee, Qaadeshii fi Shuur wodhakkaa qubate. Qachaa Geraarii keessa alagaa te'ee yennaa le'e,