Genesis 20:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni waan jed'eeni, Anini waan nami Waaqa sodaatu lafa tana keesa jiruyu inseene; waan na ijeesani niiti tiyya naraa fud'atani sehe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abrahaamillee, «Hulee kanatti Rabbiin sodaachuun waan hin jirreef haadha manaa tiyyaaf jedhanii waan na ajjeesan seeyeeti» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam deebisee, «Addee tana keessa nami Waaqa sodaatu ijjumaa hin jiru; isaan niitii tiyyaaf jedhanee na ijjeesan jedhee waan yaadeef tana godhe.