Genesis 20:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa Waaqi lafa abba kiyya keesaa lafa d'ibiti na erge, anini waan Saraani jed'e, Aka fed'i te na garsiiftu, nama ch'ufaani, Anini oboleeti isaa jed'i jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani hennaa Rabbi mana abbaa kiyyaatii na baasu akkana isi'iin jedhe ‹Biyyuma dhandhu marattuu jasaan ati naa gootu kana; ‹Inni obboleessa kiyya jedhi› jedheenii ture» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Waaqi akka ani mana abbaa kiyyaatii bayee gara lafa ormaa akka ideemuu na tolche, ani isi'iin, addee dhandhe maratti, ‹Inni obboleessa kiyya› jedhiisaan waan dansaa naaf godhi» jedheeraayyu.