Genesis 20:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle inni waan Saraani jed'e, Anini qarsi kuma toko oboleesa keetii kenna, aka milikeeti d'uga teeti taatu; nami ch'ufti aka atini waan daba intolchini tanaani beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saara'aanillee, «Akka ati nama waan battii hin hojjannee fi qajeeltuu taate namoonni si woliin jiran maruu akka hubatanii fi malkata akka ta'u qarshii kuma tokkoo obboleessa kee Abrahaamii kenneera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saaraalle'een, «Kunoo, fuula worra si woliin jiruu mara duratti akka ati yakkaa hin qanne mirkaneessiisaaf, obboleessa keetiif meetii kuma tokko kenneera» jedhe.