Genesis 20:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Abimelekiini Sara niiti Abrahamuu fud'atteefi, AABBO Waaqi worra isaa ch'ufa ka uwa d'alu d'owe. Ammo Abrahamuuni guddo Waaqa Abimeleki kad'ate, tanaafi Waaqi isaa araarame, niiti isaatiifi tissele isaa ta uwale ch'ufa fayyise, aka worri ijoolle d'alu tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Abrahaam Rabbiin kadhate; Rabbillee Abemelekii fi haadha manaa isaa, hojjattoota isaallee oolchee akka isaan finna argatan taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abrahaam Waaqa daadimate; Waaqille Abiimelekii fi niitii isaa, tajaajiltoota isaa worra dubartootaalle fayyisee, akka isaan ijoollee deyanu godhe.