Genesis 20:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Waaqi oobju keesa waan jed'eeni, D'uguma anini imbeekha, aka atini waan d'uga seete taate, tanaafi anini ch'ubbu si d'owe isi bira gahu si d'owe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbillee eebju'uun, «Qajeellummama onnee teetiitiin akka waan kana goote ani hin beeka; Anillee akka ati cubbuu hin hojjanne, akka isii hin tundhe si dhoogge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Waaqi, oojju'uun deebisee, «Ee, akka ati wodanaa qulqullu'uun waan kana goote beekeera; tanaaf isii bira geettee akka ati na hin yakkine ka si dhoogge ana.